7.2.7. Dhaddachaa Dhaabbii fi Naanna’aa cimsuu fi Baballisuun hojiileen
hojjetaman
Muuxannoo
manneen murtii keenya qabanii keessa inni biraan dhaddachaa naannaa’aa haala
fayyadamummaa uummataa mirkaneessuun hundeesuu danda’uu dha. Manni Murtii Ol’aanaa viidiyoo konfiraansii
fi dhaddacha naannawaadhaan wal-cinaatti Aanaalee 10 niif bakka jiddu-galeessa
ta’e Aanaa Adoolaa irratti torbaniin guyyaa tokko guyyaa roobii tajaajila isaa
dhiyeenyatti uummataaf kennaa kan
jiruudha.
Manneen Murtii Aanaalee keenyaa bakka dhimmootni ittiin baay’atu
filatamee uummatni tajaajilaa dhiyootti argachuu akka danda’u Dhaddachaa
Naannaa’aan gara Gandoolee Baadiyyaatti gadi bu’uudhaan tajaajila kan kennaa
jiranuu dha. Bu’aan dhaddacha Naannawaa hundeessuu irraa argames tajaajila
hawaasaaf kennamuun cinaatti Manni Murtii ilaalcha tajaajiltummaa uummataa
qabaachuu isaa hubannoon uummataa kan guddatee fi Mana Murtii irraa abdii fi
amantaa akka horatanu kan taasise ta’uu isaa yaada hawaasni nuuf kenne irraa kan hubatamuudha.
Haa ta’u malee, manneen Murtii Aanaalee keenyaa hundumti isaanii karoora kana
raawwachuu dhabuu irraan kan ka’e haala barbaadamuun milkaa’inni argamee jira
jechuun kan danda’amuu miti,ammas taanaan
dhimma kana irratti itti yaadanii hojjachuun kan nurraa eegamu ta’uu
raawwiin keenya kan kurmaana 3ffaa nutti agarsiisaa. Keesattuu
hoggantoonni manneen murtii Aanaalee
keenyaa barbaachisummaa isaatti amanuu qofa utuu hin taane haala bakka fi
baay’ina dhimmootaa waliin ilaaluudhaan dhaddacha naannawaa hundeessuun hawaasa
daran tajaajiluun barbaachisaa akka ta’e itti amanamee hojjatamuu akka qabu
hubatameera. Walumaagalaatti hanga xumura kurmaana 3ffaa kanaatti
gama dhaddachaa naannaa’aatiin hojiin hojjatamee akka armaan gaditti gabaateen
dhiyaatee jira.
Uunkaa 8, Hojiileen Dhaddacha Dhaabbii fi naanna’aa gurmeessuun
hojjetaman ittiin qindaa’anii itti dhiyaatan
lakk
|
Maqaa M/Murtii
|
Baay’ina Giddu Galeessa dhaddachaa
Naanna’aan Itti bahamuu lakk.
|
Baay’ina dhimmoota dhaddachaa Naanna’aan ilaalamaa turan
|
Baay’ina dhimmoota dhaddachaa Nanna’aan ilaallamaa turan fi xumura
argatan
|
||||||||||||
Kur.1ffaa
|
Kur.2ffaa
|
Kur.3ffaa
|
Kur.4ffaa
|
W/G
|
Kur.1ffaa
|
Kur.2ffaa
|
Kur.3ffaa
|
Kur.4ffaa
|
W/G
|
Kur1ffaa
|
Kur.2ffaa
|
Kur.3ffaa
|
Kura 4ffaa
|
W/G
|
||
1
|
MMO
|
-
|
1
|
|
|
1
|
-
|
77
|
11
|
|
88
|
-
|
58
|
11
|
|
69
|
2
|
Uraagaa
|
2
|
2
|
|
|
2
|
10
|
5
|
12
|
|
15
|
10
|
5
|
12
|
|
17
|
3
|
Daamaa
|
1
|
1
|
|
|
1
|
2
|
4
|
|
|
6
|
2
|
4
|
|
|
6
|
4
|
Qarcaa
|
3
|
|
|
|
3
|
1
|
1
|
|
|
2
|
1
|
1
|
-
|
|
2
|
5
|
Shaakkisoo
|
2
|
|
|
|
2
|
2
|
14
|
|
|
16
|
15
|
-
|
|
|
15
|
6
|
Liiban
|
-
|
1
|
1
|
|
1
|
-
|
1
|
4
|
|
5
|
-
|
1
|
2
|
|
3
|
7
|
H/Waammannaa
|
-
|
1
|
1
|
|
1
|
-
|
4
|
2
|
|
6
|
-
|
4
|
2
|
|
6
|
8
|
Waadaraa
|
-
|
2
|
2
|
|
2
|
-
|
1
|
1
|
|
2
|
-
|
1
|
1
|
|
2
|
9
|
Adoolaa
|
-
|
3
|
3
|
|
3
|
|
7
|
6
|
|
13
|
|
4
|
6
|
|
10
|
10
|
A/Sorraa
|
-
|
-
|
1
|
|
19
|
-
|
-
|
19
|
|
19
|
-
|
-
|
19
|
|
19
|
|
Ida’amaa
|
8
|
|
|
|
8
|
15
|
|
|
|
|
28
|
79
|
52
|
|
151
|
Bara
baajataa darbe hanga kurmaana sadaffaatti manneen murtii afur qofti dhaddacha
naannawaa hojjechaa kan turanii bara kana hanga ammaatti aanalee sagalii fi
manni murtii Ol’aanaas akka hojjetu taassifamee jira. Itti aansinees dhaqqabamummaa
tajaajilaa daran fooyyesuun cimsinee hojjechuu qabna.